Artistoota fi qabsaa'ota gameeyyii Oromoo keessaa Haayiluu Kitaabaa isa tokko. Akkuma tasaa aartii keessatti of arge. Ammoo deeggaraa Arsenaal isa bara lakkoofsisedha. Amma garuu maalirra jira?
Hoggantooni duraanii Waraanaa Bilisummaa Oromoo (WBO) dhiyeenya mootummaa waliin waliigaltee nageenyaa mallatteessuun galan caasaa mootummaa adda addaa keessatti muudaman. Ajajaan duraanii WBO Zoonii ...